Efesoon 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ሁንድኬኘስ ዬሮ ቶኮ ዸራ ፎንኬኛ ጉታ፣ ሀዊፊ ያደሳ ዱካ ቡኣ እሳን ግዱ ጅራትኔ። ኡመመኬኛንስ አኩመ ወረ ካኒ ዼከምሰ ጀለ ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Nus hundumti keenya hawwa foon keenyaa duukaa buunee, akka fedha namummaa keenyaa fi yaada keenyaatti warra akkasii gidduu jiraanneerra; kana irraa kan ka'es akkuma warra kaanii dhalootaan dheekkamsa Waaqayyoo jala gallee turre*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Hundi keenyas yeroo tokko dharraa foon keenyaa guutaa, hawwii fi yaada isaa duukaa buʼaa isaan gidduu jiraanne. Uumama keenyaanis akkuma warra kaanii dheekkamsa jala turre. See the chapter |