Efesoon 2:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እስን ሁንዴ ኤርገሞታፊ ራጆታረት እጃረምተኒርቱ፤ ክርስቶስ ዬሱስ ኦፊሳቲ መታ ዸጋ ጎሌት። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniittu, Kristos Yesus immoo ofii isaatii dhagaa golee qajeelchuu dha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniirtu; Kiristoos Yesuus ofii isaatii mataa dhagaa golee ti. See the chapter |