Efesoon 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ኩንስ እሱመ እስን ዬሮ ጅሬኘ አዱኛ ከናቲፊ ቡልቻ ሞቱማ ቅሌንሳ ጄቹንስ ሀፉረ አመዩ ወረ ህንአጀጀምኔ ኬሰት ሆጄቱ ዱካ ቡተንት ኬሰ ጅራቻ ቱርተኒዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Yeroo sanatti isin toora biyya lafa kanaa duukaa buutanii deddeebi'aa, aboo qilleensa keessa jiru irratti isa gooftummaa qabuuf abboomamaa turtan; hafuurichi hamaan amma namoota Waaqayyoof hin abboomamne gidduutti hojjechaa jira*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 kunis isuma isin yeroo jireenya addunyaa kanaatii fi bulchaa mootummaa qilleensaa jechuunis hafuura amma iyyuu warra hin ajajamne keessatti hojjetu duukaa buutanitti keessa jiraachaa turtanii dha. See the chapter |