Efesoon 2:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከናፉ እስን ስአች ሰበ ዋቃ ወጅን ለሚፊ ምሴንሶተ ወረ መነ ዋቃ ጅራተኒት መሌ ኦርማፊ አለጎተ ምት፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Egaa isin si'achi warra Waaqayyoof qulqullaa'anii wajjin warra biyyaa, warra mana Waaqayyoo tis malee, orma, nama biyya diidaas miti*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kanaafuu isin siʼachi saba Waaqaa wajjin lammii fi miseensota warra mana Waaqaa jiraataniiti malee ormaa fi alagoota miti; See the chapter |