Online Bible

- Advertisements -




Efesoon 2:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ክርስቶስ ነጋኬኛቲ፤ እንስ ደላ ዲኑማ ከን ገርገር ባሱ ሰነ ዲጌ ጀረ ለማኑ ቶኮ ጎዼረ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Kristos nagaa keenya; inni keenyan diinummaa isa gidduu ture diigee, warra Yihudoota hin ta'in Yihudootas, lamaanuu tokko godheera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Kiristoos nagaa keenyaatii; innis dallaa diinummaa kan gargar baasu sana diigee jara lamaanuu tokko godheera;

See the chapter Copy




Efesoon 2:14

Follow us:

Advertisements


Advertisements