Efesoon 2:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኑ ሆጂ ሀርከሳቲ፤ ሆጂ ጋሪ ዋቅን ዱራን ዱርሴ አከ ኑ ሆጄትኑፍ ቆጴሴ ሰነ አከ ሆጄትኑፍስ ከራ ክርስቶስ ዬሱሲን ኡመምኔ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Nuyi hojii harka isaatii ti, hojii gaarii isa Waaqayyo duraan dursee qopheesse keessa akka deddeebinuuf karaa Kristos Yesus uumamne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Nu hojii harka isaatii; hojii gaarii Waaqni duraan dursee akka nu hojjennuuf qopheesse sana akka hojjennuufis karaa Kiristoos Yesuusiin uumamne. See the chapter |