Efesoon 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ አከ ኑ እጪቲ ፌዺሳ ከን አከ ያደሳ እሰ ጋሪ እን ከራ ክርስቶሲን ከሮርፈቴ ሰነ ቤክኑ ጎዼ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Waaqayyo waan isatti gaarii fakkaate karaa Kristos itti yaadee of dura kaa'atee ture; ammas dhoksaan fedha isaa kun nu biratti akka beekamu godhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis akka nu icciitii fedhii isaa kan akka yaada isaa isa gaarii inni karaa Kiristoosiin karoorfate sana beeknu godhe; See the chapter |