Efesoon 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ኑስ እሱማን አኩመ በዻዹማ አያነ ዋቃት ዺገሳቲን ፉረመ ጄቹንስ፣ ዺፈመ ጩቡ ቀብነ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Nus isumaan akkuma badhaadhummaa ayyaana Waaqaatti dhiiga isaatiin furama jechuunis, dhiifama cubbuu arganneerra; See the chapter |