Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 “ያ ጎፍታ፣ አት ቀጄላዸ፤ ገሩ ኑ ነሞትን ይሁዳ፣ ሰብን ዬሩሳሌሚፊ እስራኤል ከኔን አት ሰበቢ አመነሙማ ዸቡኬኛቲን ብዮተ ዽኦፊ ፈጎ ኬሰ ብትኔስቴ ሁንድ ሀርአ ቃኒዻን ሀጉገምኔረ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Qajeelinni si bira jira yaa gooftaa, nuyi garuu akkuma amma ta'e kana yeellaanee lafa in ilaalla; namoonni Yihudaa, warri Yerusaalem jiraatan, warri Israa'el warri siif amanamuu dinnaan, ati biyya hundumaa keessatti isaan gatte; warri dhi'oo jiran, warri fagoo jiran hundinuus yeelloon isaan in eeggata.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 “Yaa Gooftaa, ati qajeelaa dha; garuu nu namoonni Yihuudaa, sabni Yerusaalemii fi Israaʼel kanneen ati sababii amanamummaa dhabuu keenyaatiin biyyoota dhiʼoo fi fagoo keessa bittinneessite hundi harʼa qaaniidhaan haguugamneerra.

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements