Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ኑ ተጃጅልቶተኬ ራጆተ ወረ መቃኬቲን ሞቶተኬኘት፣ እልማን ሞቶተኬኛት፣ አቦቲኬኛፊ ሰበ ለፋ ሁንደት ዱበተን ሰነ ህንዸጌፈትኔ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 hojjetoota kee raajota warra maqaa keetiin mootota keenyatti, gurguddoota keenyatti, abboota keenyatti, saba biyyichaa hundumaattis dubbatan nuyi hin dhaggeeffanne.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Nu tajaajiltoota kee raajota warra maqaa keetiin mootota keenyatti, ilmaan mootota keenyaatti, abbootii keenyaa fi saba lafaa hundatti dubbatan sana hin dhaggeeffanne.

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements