Daaniʼel 9:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኑ ጩቡ ሆጄትኔረ፤ በሌስኔረስ። ኑ ጀልኦተ ቱሬ፤ ፍንጭሌረስ፤ አጀጃፊ ሴረኬራ ገረገሌረ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 nuyi cubbuu hojjenne, in yakkine, in jal'anne, si irrattis in kaane, abboommota kee irraa, wanta qajeelaa ta'ee si duratti fudhatame irraas in deebine; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 nu cubbuu hojjenneerra; balleessineerras. Nu jalʼoota turre; fincilleerras; ajajaa fi seera kee irraa garagalleerra. See the chapter |