Daaniʼel 9:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አንስ ዋቀዮ ዋቀኮት ከዸትና ዽኤሴ አከነ ጄዼን ጩቡ ሰበኮቲ ህመዼ፦ “ያ ጎፍታ፣ ዋቀ ጉዳፊ አከ መሌ ሶዳችሳ ከን ወረ ስ ጃለተኒ አጀጀኬ ኤገን ሁንዳፍ ከኩ ጃለለኬቲ ኤግዱ፣ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani cubbuu himadhee Waaqayyo gooftaa koo nan kadhadhe,<<Yaa Waaqayyo gooftaa, ati guddaa dha, in sodaachiftas! Warra si jaallatan warra abboommota kee eeganiifis kakuu kee in eegda, gaarummaa kees isaanitti in argisiifta*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Anis Waaqayyo Waaqa kootti kadhannaa dhiʼeessee akkana jedheen cubbuu saba kootii himadhe: “Yaa Gooftaa, Waaqa guddaa fi akka malee sodaachisaa kan warra si jaallatanii ajaja kee eegan hundaaf kakuu jaalala keetii eegdu, See the chapter |