Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 ቡልቻን ኩንስ ‘ቶርበን’ ቶኮፍ ነሞተ ባይኤ ወጅን ከኩ ጎዸተ፤ ወለካ ‘ቶርበን’ ሰናት ኣርሳፊ ኬናን አከ ሀፉ ጎዸ። እንስ ሀመ ወን ለብሰሜ ሱን እሰረት ዸንገለኡት ዋን ጡራኣ በዲሰ ፍዱ መነ ቁልቁሉማ ጉባ ንዻበ።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Inni utuu jiruu waggaa torbaaf namoota ciccimoo wajjin kakuu isaa in jabeessa; waggoota sana erga walakkeessee immoo qalmi, kennaan midhaaniis akka hafu in godha; wanti jibbisiisaan nama rifachiisu sun mataa iddoo aarsaa gar-tokko irra kaa'amuuf jira; kunis hamma badiifni murtoo ta'e isa diigamuu fidu sana irratti dhangalaafamuutti in tura>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Bulchaan kunis ‘Torban’ tokkoof namoota baayʼee wajjin kakuu godhata; walakkaa ‘Torban’ sanaatti aarsaa fi kennaan akka hafu godha. Innis hamma wanni labsame sun isa irratti dhangalaʼutti waan xuraaʼaa badiisa fidu mana qulqullummaa gubbaa ni dhaaba.”

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:27

Follow us:

Advertisements


Advertisements