Daaniʼel 9:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አኩመ አት ዋቀ ከዸቹ ጀልቀብዴን ዴቢን አን ስት ህሙፍ ዹፌ ኩን ሲፍ ኬነሜ፤ አት አከ መሌ ጃለተማዻቲ። ከናፉ ኤርጋ ከነ ቀልቤፈዹቲ ሙልአተ ሰነ ሁበዹ፦ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Jalqaba himata keetii irratti dubbiin tokko sitti in dhaamame; ati guddaa jaallatamaa waan taateef, ani dubbicha sitti himuudhaaf nan dhufe; kanaaf isa yaadatti qabadhu, mul'atichas hubadhu! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Akkuma ati Waaqa kadhachuu jalqabdeen deebiin ani sitti himuuf dhufe kun siif kenname; ati akka malee jaalatamaadhaatii. Kanaafuu ergaa kana qalbeeffadhuutii mulʼata sana hubadhu: See the chapter |