Daaniʼel 9:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ኡቱ አን ዱብቻፊ ከዸቻ፣ ጩቡኮቲፊ ጩቡ ሰበኮ እስራኤል ህመቻ፣ ቱሉሳ ቁልቁሉፍስ ዋቀዮ ዋቀኮ ጋፈቻ ጅሩ፣ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Ani dubbii kanaan nan kadhadhe, cubbuu koo fi cubbuu saba koo Israa'el nan himadhe; tulluu Waaqayyo koo isa qulqullaa'aadhaaf himata koo Waaqayyo gooftaa koo duratti nan dhi'eeffadhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Utuu ani dubbichaa fi kadhachaa, cubbuu kootii fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, tulluu isaa qulqulluufis Waaqayyo Waaqa koo gaafachaa jiruu, See the chapter |