Daaniʼel 9:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 በረ ሞቱማሳ ኬሰ ወጋ ቶኮፋት አን ዳንኤል ዱቢ ዋቀዮ ከን ኤርምያስ ራጅቻፍ ኬነሜራ አከ ዬሩሳሌም ወጋ ቶርባተማፍ ኦንቴ ቱርቱ ክታቦተ ቁልቁሉራ ነንሁበዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 mootummaa isaa waggaadhuma isa duraa keessa, ani Daani'el waa'ee lakkoobsa waggootaa isa caaffata qulqullaa'oo keessatti diigamuu Yerusaalemiif dubbatame nan yaade; akka dubbii Waaqayyoo isa gara Ermiyaas raajichaa dhufe sanaatti waggaan torbaatamni hamma guututti Yerusaalem diigamtee akka haftu jedhamuu isaa nan hubadhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 bara mootummaa isaa keessa waggaa tokkoffaatti ani Daaniʼel dubbii Waaqayyoo kan Ermiyaas raajichaaf kenname irraa akka Yerusaalem waggaa torbaatamaaf ontee turtu kitaabota qulqulluu irraa nan hubadhe. See the chapter |