Daaniʼel 9:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ያ ዋቀኮ፣ ጉረ እት ቀቢ ዸገእ፤ እጀኬ በነዹቲ በዲኬኛፊ መጋላ መቃንኬ እቲን ዋመሜ ሰነ እላል። ኑ ኡቱ ዋኤ ቀጄሉማኬኛቲፍ ህንተእን ሰበቢ አራረኬ ጉዳ ሰናቲፍ ስከዸትነ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Yaa Waaqayyo, gurra kee gara kootti qabi, dhaggeeffadhus; ija kee as deebisi, nus mandarri maqaa keetiin waamames diigamnee baduu keenya ilaali! Nuyi waan qajeelaa isa hojjenneef utuu hin ta'in, oo'a guddaa isa ati argisiiftuuf himata keenya si duratti in dhi'eeffanna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yaa Waaqa ko, gurra itti qabii dhagaʼi; ija kee banadhuutii badii keenyaa fi magaalaa Maqaan kee ittiin waamame sana ilaali. Nu utuu waaʼee qajeelummaa keenyaatiif hin taʼin sababii araara kee guddaa sanaatiif si kadhanna. See the chapter |