Daaniʼel 9:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 “ኤጋ አመ ያ ዋቀኬኘ ጎፍታ፣ ከን እሬ ጀባዻን ሰበኬ ብየ ግብጢ ባፍቴ አከ መቃንኬ አኩመ ሀርአ ጅሩ ከነ ቤከሙ ጎቴ፣ ኑ ጩቡ ሆጄትኔረ፤ በሌስኔረስ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 <<Ammas yaa Waaqayyo gooftaa, situ harka aango-qabeessaan saba kee biyya Gibxiitii baasee, maqaa godhate; har'as akkasuma ta'e, nuyi cubbuu hojjenneerra, jal'anneerras*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 “Egaa amma yaa Waaqa keenya Gooftaa, kan irree jabaadhaan saba kee biyya Gibxi baaftee akka maqaan kee akkuma harʼa jiru kana beekamu goote, nu cubbuu hojjenneerra; balleessineerras. See the chapter |