Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 አት በላ ጉዳ ኑት ፍዱዻን ዱቢ ኑፊ ቡልችቶተኬኘረት ዱበተሜ ሰነ ራወቴርተ። ወን አከ ዋን ዬሩሳሌምረት ተኤ ሰና ተኩማ ጉቱማ ሰሚቲ ገድት ተኤ ህንቤኩ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Inni wanta hamaa isa guddaa isa nu irratti, warra nu seerratan irrattis fiduudhaaf dubbate, nu irratti in raawwate; wanti mandara Yerusaalem irratti hojjetame sun immoo takkaa bantii waaqaa jalatti hojjetamee hin beeku.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Ati balaa guddaa nutti fiduudhaan dubbii nuu fi bulchitoota keenya irratti dubbatame sana raawwatteerta. Wanni akka waan Yerusaalem irratti taʼe sanaa takkumaa guutummaa samiitii gaditti taʼee hin beeku.

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements