Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

11 እስራኤሎን ሁንድኑ ሲፍ አጀጀሙ ድዱዻን ሴረኬ ጨብሰኒሩ፤ ስራ ገረገለኒሩስ። “ከናፉ ሰበቢ ኑ ጩቡ ስት ሆጄትኔፍ አባርሳፊ ከኩን ሴረ ሙሴ ገርብቸ ዋቃ ሰና ኬሰት በሬፈሜ ኑረት ዸንገለኤ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

11 <<Israa'el guutummaatti seera kee irra daddarbanii isa irraas jal'ataniiru, sagalee kees hin dhaggeeffanne; sababii nuyi Waaqayyo duratti cubbuu hojjenneef, abaarsii fi doorsisi seera Musee garbicha Waaqayyoo keessatti caafaman nu irra ga'an.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

11 Israaʼeloonni hundinuu siif ajajamuu diduudhaan seera kee cabsaniiru; sirraa garagalaniirus. “Kanaafuu sababii nu cubbuu sitti hojjenneef abaarsaa fi kakuun Seera Musee garbicha Waaqaa sanaa keessatti barreeffame nurratti dhangalaʼe.

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:11

Follow us:

Advertisements


Advertisements