Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 9:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 በረ ዳርዮስ እልመ አሀሽዌሮስ ነምቸ ሜዴ ከን ሞቱማ ከልዶታረት ቡልቻ ታስፈሜ ሰና ኬሰ ወጋ ቶኮፋት

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Sanyii Medoon keessaa Daariyos ilmi Ahashweros mootummaan Kaldootaa kennameefii, mo'ee waggaa tokkoffaa isaa keessa ture*;

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Bara Daariyoos ilma Ahashweroos namicha Meedee kan mootummaa Kaldootaa irratti bulchaa taasifame sanaa keessa waggaa tokkoffaatti

See the chapter Copy




Daaniʼel 9:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements