Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አፍረንሳኒ ኬሳ እሰ ቶኮ ኬሳ ጋንፍ ብራ በኤ፤ እንስ ጥና ፈካቴ ኤርገሲ ገሩ ሁምናን ጀባቴ ገረ ክባ፣ ገረ ልጠ ቢፍቱቲፊ ብየ በሬዱ ሰናት ጉደቴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Warra arfan kana keessaa isa tokko irratti immoo gaanfi xinnaan tokko biqilee, dameen isaas gara mirgaatti, gara ba'a-biiftuutti, gara biyya isa Waaqayyo ulfinaan guuteettis hammana kan hin jedhamne in guddate*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Afran isaanii keessaa isa tokko keessaa gaanfi biraa baʼe; innis xinnaa fakkaatee ergasii garuu humnaan jabaatee gara kibbaa, gara lixa biiftuutii fi Biyya Bareedduu sanaatti guddate.

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements