Daaniʼel 8:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ኡቱመ አን ዋን ከነ ያዳ ጅሩ ኮርቤስ ሬኤ ከን እጀሳ ለማን ግዱዻ ጋንፈ ቀቡ ቶኮ ኡቱ ለፈ ህንቱቅን ጉቱማ ለፋ ቀጣሙራ አኩመ ተሳ ልጠ ቢፍቱቲ ዹፌ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Utuun isa kanatti yaadaa jiruu, korbeessi reettii tokko gara lixa-biiftuutii irra lafaa kutee dhufe, miilli isaa garuu lafa hin ga'u ture; reettichi gaanfa tokkicha bakkeetti mul'atu ija isaa lamaan gidduudhaa qaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Utuma ani waan kana yaadaa jiruu korbeessi reʼee kan ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa qabu tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuraa akkuma tasaa lixa biiftuutii dhufe. See the chapter |