Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 አንስ እጀ ኦል ፉዸዼ ኮርቤሰ ሆላ ጋንፈ ለመ ቀቡ ኡቱ ለገ ጭነ ዻበቱ ነንአርጌ፤ ጋንፍሳስ ዼራ ቱሬ። ጋንፈሳ ኬሳ እን ቶኮ እሰ ካንረ ዼረተ፤ ኤርገሲ ገሩ ንጉደቴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Yommus ani ol jedhee ilaalee, kunoo, korbeessa hoolaa bishaanicha qarqara dhaabatu nan arge; hoolichi gaanfa lama qaba, gaanfi isaa dhedheeraa dha, inni tokko garuu isa kaan caalaa in dheerata; haa ta'u iyyuu malee, inni caalaa dheeratu isa booddee biqilee dha.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Anis ija ol fudhadhee korbeessa hoolaa gaanfa lama qabu utuu laga cina dhaabatu nan arge; gaanfi isaas dheeraa ture. Gaanfa isaa keessaa inni tokko isa kaan irra dheerata; ergasii garuu ni guddate.

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements