Daaniʼel 8:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 “ዹመ ቡልቺንሰሳኒት፣ ዬሮ ፍንጭልቶትን አከ መሌ ሀማቻ ዴመንት ሞቲን አደ ጀቤስ ህቦ ሁበቱ ቶኮ ንከአ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 <<Gara dhuma mootummaa isaan kanaatti, warri irra-daddarbituun safara irra-daddarbaa isaanii yeroo guuttatan, mootiin ija-hin fuuneen, dubbii qabsiisu tokko ka'uuf jira; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 “Dhuma bulchiinsa isaaniitti, yeroo finciltoonni akka malee hammaachaa deemanitti mootiin adda jabeessi hibboo hubatu tokko ni kaʼa. See the chapter |