Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 ጋንፈወን አፍረን ጋንፈ ጨቤ ቶኮ እዶ ቡአን ሞቱሞተ ሰበሳ ኬሳ በአን አፍረን አርግሲሰን፤ እሳን ገሩ ሁምነ አከሳ ህንቀበን።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Gaanfonni afur warri iddoo gaanfa isa cabe sanaa dhaabaman immoo, saba sana keessaa mootummoonni afur dhaabamuuf akka jiran in argisiisa; garuu humni isaanii akka kan isa tokkicha sanaa miti*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Gaanfawwan afran gaanfa cabe tokko iddoo buʼan mootummoota saba isaa keessaa baʼan afran argisiisan; isaan garuu humna akka isaa hin qaban.

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:22

Follow us:

Advertisements


Advertisements