Daaniʼel 8:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ጋፍን ሱንስ ሀመ ራያ ሰሚወኒ ቀቀቤ ራያ ኡርጂወኒ ኬሳ ቶኮ ቶኮ ለፈት ገድ ደርበቴ ኦፍ ጀለት ዽዺቱት ጉደቴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Hamma macca waaqaatti iyyuu baay'ee in guddate; macca urjootaa keessaas kaan gad darbatee lafatti isaan dhidhiite*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Gaafni sunis hamma raayyaa samiiwwanii qaqqabee raayyaa urjiiwwanii keessaa tokko tokko lafatti gad darbatee of jalatti dhidhiitutti guddate. See the chapter |