Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 8:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 በረ ቤልሻዛር ሞትቻ ኬሰ ወጋ ሰደፋት፣ አን ዳንኤል፣ ሙልአተ ዱራን ነት ሙልአቴ ሰነ ቦዴ ሙልአተ ቶኮ ነንአርጌ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Belshaazaar mootummaa fudhatee waggaa sadaffaatti, ani Daani'el mul'ata nan arge, kunis isa si'a duraa anatti mul'ate sana booddee dha*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Bara Beelshaazaar mootichaa keessa waggaa sadaffaatti, ani Daaniʼel, mulʼata duraan natti mulʼate sana booddee mulʼata tokko nan arge.

See the chapter Copy




Daaniʼel 8:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements