Daaniʼel 7:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 “ኡቱ አን ዋኤ ጋንፈወን ሰና ያዳ ጅሩ ጋንፍ ጥናን እሳን ግዱዻ በኤ ብራ ቶኮ ፉለኮ ዱረት ሙልአቴ፤ ጋንፈወን ጀልቀባ ኬሳ ሰደንሳኒ ፉለሳ ዱረት ቡቡቀአን። ጋንፍ ኩንስ እጀ እጀ ነማ ፈካቱፊ አፋን ኦፍ ቱሉማዻን ዱበቱ ቀበ ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Utuu ani gaanfota kana ilaalee yaaduu, kunoo gaanfi xinnaan kan biraa tokko isaan gidduudhaan quuqee ol ba'e; gaanfota warra duraa keessaa warri fuula isa xinnaa kanaa dura jiran sadan in buqqifaman; kunoo iji akka ija namaa gaanfa xinnaa kanatti ture; afaan dubbii gurguddisee dubbatus isatti ture>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 “Utuu ani waaʼee gaanfawwan sanaa yaadaa jiruu gaanfi xinnaan isaan gidduudhaa baʼe biraa tokko fuula koo duratti mulʼate; gaanfawwan jalqabaa keessaa sadan isaanii fuula isaa duratti bubuqqaʼan. Gaanfi kunis ija ija namaa fakkaatuu fi afaan of tuulummaadhaan dubbatu qaba ture. See the chapter |