Daaniʼel 7:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 “እን ጀልቀባ ሌንጨ ፈካተ ቱሬ፤ ቆቾወን ርሳ ቀበ ቱሬ። አንስ ሀመ ቆቾወንሳ እራ ቡቡቀአንት ነንእላሌ፤ እንስ ለፋ ኦል ቀበሜ አኩመ ነማ ሚለ ለማን ዻበቴ፤ ቀልቢን ነማስ ንኬነሜፍ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Bineensi inni duraa leenca in fakkaata; akka joobiraas qoochoo qaba; utuu ani ilaaluus qoochoowwan isaa irraa buqqifaman; bineensichis lafaa ol kaafamee akka namaatti miilla lamaan in dhaabachiifame, qalbiin namaas in kennameef. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 “Inni jalqabaa leenca fakkaata ture; qoochoowwan risaa qaba ture. Anis hamma qoochoowwan isaa irraa bubuqqaʼanitti nan ilaale; innis lafaa ol qabamee akkuma namaa miilla lamaan dhaabate; qalbiin namaas ni kennameef. See the chapter |