Daaniʼel 7:21 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ጋንፍ ኩንስ ኡቱመ አን አርጉ ቁልቁሎተረት ወራነ ለብሴ እሳን ሞአቻ ቱሬ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Utuu ani ilaaluu gaanfi kun warra Waaqayyoof qulqullaa'anitti lola kaasee, humnas isaan irratti godhate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Gaanfi kunis utuma ani arguu qulqulloota irratti waraana labsee isaan moʼachaa ture; See the chapter |