Daaniʼel 7:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 “ኤርገሲስ አን ሂካ ዹጋ ከን ብኔንሰ አፉረፋ እሰ ብኔንሶተ ካንራ አደ ተኤ እልካን ስቢላቲፊ ቄንሰ ናሲ ቀቡ ከን አከ መሌ ሶዳችሳ ተኤ ከን ዋን ቀበቴ ኛቱፊ ዋን ሀፌሞ ሚለሳ ጀለት ዽዺቱ ሰና ቤኩ ነንበርባዴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ergasiis bineensi inni afuraffaan kun maalitti akka hiikamu dhugaa isaa baruu nan barbaade; bineensi kun warra kaan hundumaa irraa kan gargar ta'ee dha, guddaa sodaachisaa dha, ilkaan isaa sibiila, qeensi isaas sibiila diimaa dha; inni in nyaata, in caccabsa, isa hafes miilla isaatiin irra in ejjeta ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 “Ergasiis ani hiikkaa dhugaa kan bineensa afuraffaa isa bineensota kaan irraa adda taʼee ilkaan sibiilaatii fi qeensa naasii qabu kan akka malee sodaachisaa taʼe kan waan qabate nyaatuu fi waan hafe immoo miilla isaa jalatti dhidhiitu sanaa beekuu nan barbaade. See the chapter |