Daaniʼel 7:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አንስ ወረ አች ዸዻበቻ ቱረን ኬሳ እሰ ቶኮት ዽኣዼ ሂካ ዹጋ ከን ዋን ከነ ሁንዳ ነንጋፈዼ። “ከናፉ እን ነት ህሜ አከነ ጄዼ ሂካ ዋን ከና አናፍ እብሴ፦ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Yommus ani warra achi dhaabatan keessaa isa tokkotti dhi'aadhee, waa'ee wanta kana hundumaa dhugaa isaa akka anatti himuuf isa nan kadhadhe; inni immoo hiikaa wanta kanaa anatti beeksise; dubbii isaa keessatti, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Anis warra achi dhadhaabachaa turan keessaa isa tokkotti dhiʼaadhee hiikkaa dhugaa kan waan kana hundaa nan gaafadhe. “Kanaafuu inni natti himee akkana jedhee hiikkaa waan kanaa anaaf ibse: See the chapter |