Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 ዹመረትስ ነሞትን ኩኔን፣ “ዮ ዋን ሴረ ዋቀሳቲን ወል ቀበቱ ተኤ መሌ ዋን እቲን ነምቸ ዳንኤል ጄዸሙ ከነ ህመትኑ ቶኮዩ ህንአርገትኑ” ጄዸን።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Kana irratti jarri kun,<<Karaa wanta seera Waaqayyo isaa ilaalu yoo barbaanne malee, nuyi karaa ittiin Daani'el kana irratti kaanu hin argannu!>> waliin jedhan.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Dhuma irrattis namoonni kunneen, “Yoo waan seera Waaqa isaatiin wal qabatu taʼe malee waan ittiin namicha Daaniʼel jedhamu kana himannu tokko iyyuu hin argannu” jedhan.

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements