Daaniʼel 6:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 በሪ በራቃንስ ሞትች ከኤ ገረ ቦለ ሌንጫት አሪፈቴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Ganama akkuma lafti bari'een mootichi ka'ee ariitiidhaan gara boolla leencotaa dhaqe; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Barii barraaqaanis mootichi kaʼee gara boolla leencaatti ariifate. See the chapter |