Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ከናፉ ሞትች አጀጀ ኬኔ፤ እሳንስ ዳንኤልን ፍደኒ ቦለ ሌንጫት ደርበተን። ሞትችስ ዳንኤሊን፣ “ዋቅንኬ ከን አት ዬሮ ሁንደ እሰ ተጃጅልቱ ስ ሃበራሩ!” ጄዼ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Kana irratti mootichi abboomnaan Daani'elin fidanii boolla leencotaa keessa in buusan; mootichis Daani'eliin,<<Waaqayyo kee inni ati ittuma fuftee waaqessitu si haa oolchu!>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Kanaafuu mootichi ajaja kenne; isaanis Daaniʼelin fidanii boolla leencaatti darbatan. Mootichis Daaniʼeliin, “Waaqni kee kan ati yeroo hunda isa tajaajiltu si haa baraaru!” jedhe.

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements