Daaniʼel 6:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዳርዮስ አከ እሳን ጉቱማ ሞቱማሳ ኬሰት ቡልችቶተ ተአኒፍ እልማን ሞቶታ 120 ሙዱ በርባዴ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Daariyos mootichi kutaa mootummaa isaa hundumaa akka bulchaniif, namoota dhibbaa fi digdama hojii mootummaa irra dhaabuu in jaallate*; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Daariyoos akka isaan guutummaa mootummaa isaa keessatti bulchitoota taʼaniif ilmaan moototaa 120 muuduu barbaade; See the chapter |