Daaniʼel 5:31 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ31 ዳርዮስ ነምች ሜዴ ኡሙሪሳ ጃተሚ ለመፋት ሞቱማ ሰነ ፉዸቴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo31 Daariyos namni biyya Medoon immoo mootummicha fudhate; innis nama waggaa jaatamii lamaa ture*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa31 Daariyoos namichi Meedee umurii isaa jaatamii lammaffaatti mootummaa sana fudhate. See the chapter |