Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አንስ አከነን ጄዼ፤ “ያ ቤልጥሻዛር፣ ሀንገፈ ቶልችቶታ፣ አን አከ ሀፉር ዋቆተ ቁልቁሉ ስ ኬሰ ጅሩ ነንቤከ፤ እጪቲን ከምዩ ስት ህንኡልፋቱ። አብጁን አን አርጌ ከነ፤ ሂካሳ ነት ህም።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 <<Yaa Belxishaazaar isa warra ayyaana hedan gara irraa jirtuu, hafuurri waaqayyolii qulqullootaa si keessa akka jiru, dhoksaan tokko illees kan si rakkisu akka hin jirre waanan beekuuf, amma wanta ani abjuu kootti mul'ataan arge dhaga'i, ati hiikaa isaa anatti himi!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Anis akkanan jedhe; “Yaa Beelxishaazaari, hangafa tolchitootaa, ani akka hafuurri waaqota qulqulluu si keessa jiru nan beeka; icciitiin kam iyyuu sitti hin ulfaatu. Abjuun ani arge kana; hiikkaa isaa natti himi.

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements