Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዹመረት ዳንኤል ፉለ ዱረት ዽኣቴ፤ አንስ አብጁ ሰነ እሰት ነንህሜ። እን ቤልጥሻዛር ጄዸሜ መቃ ዋቀኮቲን ዋመመ፤ ሀፉር ዋቆተ ቁልቁሉ እሰ ኬሰ ቱሬ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Isaan booddeedhaan Daani'el inni waaqayyolii koo keessaa akka isa tokkootti<<Belxishaazaar>> jedhamee moggaafame ol galee na dura dhaabate; isa keessa immoo hafuura waaqayyolii qulqullootaatu jira; kanaaf ani abjuu koo isatti nan hime,

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Dhuma irratti Daaniʼel fuula duratti dhiʼaate; anis abjuu sana isatti nan hime. Inni Beelxishaazaari jedhamee maqaa waaqa kootiin waamama; hafuurri waaqota qulqulluu isa keessa ture.

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements