Daaniʼel 4:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዮሙ ቶልችቶትን፣ ሞርቶትን፣ ወር ኡርጂ እላለኒፊ ዋ ህምቶትን ዹፈንት አብጁ ሰነ እሳንት ነንህሜ፤ እሳን ገሩ ናፍ ሂኩ ህንደንዴኜ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Yommus warri ayyaana hedan,<<Beekaa>> warri jedhaman, Kaldoota keessaa warri dubbii dhokataa hiikuutti beekaman, warri urjii ilaalanii namaaf himanis gara kootti ol galan; ani abjuu koo isaanitti nan hime, isaan garuu hiikaa isaa anatti beeksisuu hin dandeenye*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Yommuu tolchitoonni, mortoonni, warri urjii ilaalanii fi waa himtoonni dhufanitti abjuu sana isaanitti nan hime; isaan garuu naaf hiikuu hin dandeenye. See the chapter |