Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 4:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

5 አን አብጁ ነ ሶዳችሴ ቶኮ ነንአርጌ። ኡቱ አን ስሬኮረ ጪሴ ጅሩ ፈኪፊ ሙልአትን ቀልቢኮ ኬሰ ደርቡ ነ ሶዳችሴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

5 Ani abjuu na sodaachise tokko nan arge; siree irra ciisee utuun jiruus wanti yaada kootti fakkaate, mul'anni mataa koo keessa tures na wareerse.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

5 Ani abjuu na sodaachise tokko nan arge. Utuu ani siree koo irra ciisee jiruu fakkii fi mulʼanni qalbii koo keessa darbu na sodaachise.

See the chapter Copy




Daaniʼel 4:5

Follow us:

Advertisements


Advertisements