Daaniʼel 4:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አን ኔቡከድኔዘር ነት ቶሌ መሰራ ሞቱማኮትስ ቀነኒዻን መነኮ ነንጅራዸን ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ani Nebukadnezaar mana koo keessa of irraa bu'ee, mana mootummaa koo keessas waan hundumaa guuttadhee nan jiraadhan ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Ani Nebukadnezar natti tolee masaraa mootummaa koottis qananiidhaan mana koo nan jiraadhan ture. See the chapter |