Daaniʼel 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 መለቶወኒፊ ሆጂወን ድንቂ ከኔን ዋቅን ዋን ሁንዳ ኦሊ ናፍ ጎዼ እስንት ህሙን ነ ገመቺሰ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Milikkitootaa fi dinqiiwwan Waaqayyo inni hundumaa gara irraa jiru anaaf raawwate mul'isuun wanta ba'eessa anatti fakkaate; See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Mallattoowwanii fi hojiiwwan dinqii kanneen Waaqni Waan Hundaa Olii naaf godhe isinitti himuun na gammachiisa. See the chapter |