Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ከነረት ለብስቱን ቶኮ አከነ ጄዼ ሰገሌ ጉዳዻን ለብሴ፤ “ያ ነሞተ፣ ሰቦታፊ ነሞትን አፋን ገራ ገራ ዱበተን ሁንድ፣ ወን እስን አከ ጎተን አጀጀምተን ከናዸ፦

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Inni labsii dhageessisus sagalee guddaadhaan itti lallabee,<<Yaa namoota, saba garaa garaa fi, gosa garaa garaa taatanii afaan garaa garaas dubbattan dhaga'aa!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Kana irratti labsituun tokko akkana jedhee sagalee guddaadhaan labse; “Yaa namoota, sabootaa fi namoonni afaan garaa garaa dubbattan hundi, wanni isin akka gootan ajajamtan kanaa dha:

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements