Daaniʼel 3:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ኔቡከድኔዘርስ አከ መሌ ኣሬ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎ ዋምስሴ። ከናፉ ነሞትን ኩኔን ሞትቸ ዱረት ዽኤፈመን፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Nebukadnezaaris kana irratti aaree dheekkamee, Shaadraakin, Meshaakin, Abed-Neegoos gara isaa akka fidan in abboome; isaanis jara kana mooticha duratti dhi'eessan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Nebukadnezaris akka malee aaree Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo waamsise. Kanaafuu namoonni kunneen mooticha duratti dhiʼeeffaman; See the chapter |