Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ገሩ ያ ሞትቸ፣ ይሁዶትን አት ዽመ ብየ ባብሎንረት ሙዴ ቶኮ ቶኮ አጀጀኬ ድደኒሩ፤ እሳንስ ሻድራክ፣ ሜሸኪፊ አብደናጎዸ። እሳን ዋቆተኬ ህንተጃጅለን ዮካን ፈኪ ወርቄ አት ዻብዴፍ ህንሰገደን።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Yihudoonni warri ati hojii kutaa biyya Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabde tokko jiru; maqaan isaaniis Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoo dha; namoonni kun abboommii kee hin ulfeessan, yaa mootii! Isaan waaqayyolii kee hin waaqessan, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabde sanaafis hin sagadan>> jedhan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Garuu yaa Mooticha, Yihuudoonni ati dhimma biyya Baabilon irratti muudde tokko tokko ajaja kee didaniiru; isaanis Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo dha. Isaan waaqota kee hin tajaajilan yookaan fakkii warqee ati dhaabdeef hin sagadan.”

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements