Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 3:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ኔቡከድኔዘር ሞትች ፈኪ ወርቄ ከን ዼርንሳ ዹንዹመ ጃተማፊ በልእንሳ ዹንዹመ ጀኣ ሆጄቴ ኩታ ብያ ባብሎን ኬሰ ድሬ ዱራ ጄዸሙረ ዻቤ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Nebukadnezaar mootichi bifa fakkeenyaa hojjaa isaa dhundhuma jaatamaan, bal'ina isaa immoo dhundhuma ja'aan warqee irraa hojjechiisee, Baabilon kutaa biyyaa keessaa bakkee isa afaan isaaniitti<<Duraa>> jedhamu keessa dhaabe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Nebukadnezar Mootichi fakkii warqee kan dheerinni isaa dhundhuma jaatamaa fi balʼinni isaa dhundhuma jaʼaa hojjetee kutaa biyyaa Baabilon keessa dirree Duuraa jedhamu irra dhaabe.

See the chapter Copy




Daaniʼel 3:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements