Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 2:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ገሩ ዮ አብጁ ሰናፊ ሂካሳ ነት ህምተን እስን ኬና፣ በዻሳፊ ኡልፍነ ጉዳ ነራ አርገቱ። ከናፉ አብጁ ሰናፊ ሂካሳ ነት ህማ።”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Abjichaa fi hiikaa isaa yoo anatti beeksiftan garuu, kennaa, gonfaa, ulfinas na biraa in argattu; kanaaf abjichaa fi hiikaa isaa anatti beeksisaa!>> jedhe.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Garuu yoo abjuu sanaa fi hiikkaa isaa natti himtan isin kennaa, badhaasaa fi ulfina guddaa narraa argattu. Kanaafuu abjuu sanaa fi hiikkaa isaa natti himaa.”

See the chapter Copy




Daaniʼel 2:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements