Daaniʼel 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሞትችስ ወረ ኡርጂ እላለን ሰናን አከነ ጄዼ፤ “አን ዋን ከነ ሙርቴሴረ፦ ዮ እስን አብጁኮፊ ሂካሳ ነት ህሙ ባተን አን እስነን ኩኩተ፤ መኔንኬሰንስ ቱላ ዋን ዲገሜ ተኡ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Mootichi immoo deebisee warra dubbii dhokataa hiikuutti beekaman kanaan,<<Ana biraa dubbiin isaa citeera, isin abjichaa fi hiikaa isaa yoo anatti beeksisuu dhabaattan, harki keessanii fi miilli keessan akka isin irraa ciramu, manni keessan immoo diigamee tuullaa kosii ta'ee akka hafu nan godha. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Mootichis warra urjii ilaalan sanaan akkana jedhe; “Ani waan kana murteesseera: Yoo isin abjuu koo fi hiikkaa isaa natti himuu baattan ani isinan kukkuta; manneen keessanis tuulaa waan diigamee taʼu. See the chapter |